Walii galtee gurgurtaa fi raabsaa buna Waliif naannoo Sumaalee fi Biyya Somaalii

Guyyaa har’aa Waldaan keenya Waldaan Aksiyoonaa Daldalaa fi Industurii Waliif gurgurtaa fi raabsaa Buna Waliif kan naannoo Sumaalee fi biyya Somaalee Landii irratti waliin hojjechuuf walii galtee fi haasaa bal’aa akkataa waliin hojjechuu dandeenyu mari’atamee jira. Warreen kaanis bakkeewwan garaa garatti #Agent keenya taatanii nu waliin hojjechuu kan dandeessanu ta’uu isaa kabajaan isiin beeksifna!Bunaaf nagaa hin dhabinaa!!